Dan Bible College: Pentateuch Overview
Dan Bible College: Pentateuch Overview
Macaafota Seeraa
(Pentatuech)
“…Jaalalaan dubbii dhugaa dubbachaa, koottaa karaa hundumaan gara mataa isa
nuuf ta’e gara Kiristoositti in guddannaa!” Efe. 4:15.
1 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
2 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Seensa (Introduction)
Barumsa kana keessatti waa’ee “Kitaaboota Seeraa” Ykn Afaan Girikiitiin isaan “Pentatuech”
jedhamuun beekaman ilaalla. Qo’annoo keenya kana keessatti, kakuu moofaa keessatti
Macaafota Saeeraa jedhamuun kanneen beekamaniin seera Waaqayyoo hubachuuf yaalla. Isaanis
Macaafa qulqulluu keessatti macaafota shanan jalqaba irratti argamanii dha. Isaan kunis kan itti
aananii dha.
Kanneen kun macaafota Musee ykn Seerota Muse jedhamuun Yihuudota biratti beekamu (2
Seena 25:4, Izra 6:18, Neh 13:1, 8:1) .
Kun seera ykn ajaja jechuu yoo ta’u Afaan Ibiraayisxiin (Torah) jecha jedhamu irraa kan
fudhatame dha (Luq 16:17, 1Qor 9:8) .
Macaafonni shanan kunniin jalqaba irratti akka mucaafa tokkootti kan ilaalamanii dha
Afaan Girikiin Pentaatuach jechuun macaafota shan jechuu dha
Macaafonni shanan kun tokkoo tokkoon isaanii sadarkaa garaa garaan Waaqayyoo saba isaaf
kaayyoo inni qabu kan dubbatan ta’u iyyuu tokkummaa macaafota qaban dha.
3 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Kutaa Tokko
* Uumama
* Ba’uu
* Leewwota
* Lakkoofsa
* Keessa deebii
* Iyyaasuu
* Saamu’el
* Moota
Isaayaas
Ermiyaas Raajota warra boodaa
Hisqiyaas
Raajoota 12
Faarsaa Daawit
Fakkeenya
4 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Iyyoob
Weedduu weeddotaa
Ruut
Faaruu Ermiyaas
Lallaba
Asteer
Daani’el
Izraa – Neehimiyaa
Seenaa
II. Hirama Macaafa warra Piroteestaantotaa bakka Afuritti kan hirama
4. Macaafota Raajii
* Hirama akkasiitti yeroo ammaa kana addunyaa marti kan itti fayyadamu yoo ta’u, hiramni
warra yihuudotaa adda kan ta’u qabiyyee isaa irratti osoo hin taane, haala qoodama isaan. Itti
fufuun hiikaa macaafota kanneen jireenya keenyaaf faayidaa isaan qaban waliin ilaalla.
5 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Kutaa Lama
Seerri Uumamaa shanan macaafota seeraa keessaa tokko yemmu ta’u, maqaa isaas
kan argate “angafa” ykn isa jalqabaa kan jedhu irraa ti.
Macaafichi Waaqayyoo isa jalqabaa (aalfaa) fi isa dhumaa (oomeegaa) akka ta’e fi
jalqaba akka hin qabne, uumamni biraa garuu jalqaba akka qaban ibsa. Jechuun:
Jalqaba warra lubbuu qabanii
Seera gaa’elaa jalqabii isaa (maatii)
Cubbuu dhalootaa
Jalqaba abaarsaa hunda in seenessa
Seera uumamaa 2:4, “Seenaan uumamuu Waaqaa fi lafaa akka kutaa ijoo
Macaafichaati kana ture.”
Waa’ee barreessaa macaafa kanaa yaadolee baay’etu kennama, kanneen keessaa kan
itti aanan argamu:
a. Seera uumamaa keessatti maqaa Musee waan hin argineef Keessa Deebii 34
irratti waa’ee du’a Musee waan dubbatuuf Macaafota shanan kana Museen hin
barreesine mormiin jedhu ka’a.
6 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
1. Seenaan Macaafa Seera Uumamaa osoo Museen hin dhalatin dura, waggoota 300 dura kan
raawwatame yoo ta’u,
2. Seera Uumamaa hanga Keessa Deebiitti Yihuudonni Macaafota Muse ykn (pentatuach) jedhu
- Macaafota seeraa jechuun waamuun yihuudotaa museen akka caafe wabii ta’a jedhama.
Fakkeenyaaf: Seerri Ba’uu gabaasa isaa kan jalqabu Seera Uumamaa 50 irraati (50:22, Ba’u
1:7)
4. Macaafotni kunniin mataa isaanii waa’ee barreessichaa (Musee akka ta’e) dubbatu (Ba’u
17:14, 24:4, Lakk 33: 1- 2)
5. Macaafonni Kakuu Moofaa biroon Museen akka caafe ibsu (Iya 1:7-8, 8:32-34, 1mot 13:2)
6. Macaafonni Kakuu Haarraa Macaafonni Seeraa kan Musee ta’uu ibsu (Luq 24:27, Yoh 7:19,
Mat 19:8, Mar 12:26)
7. Museen akka caafe wabiileen ijaa turaniiru (Ba’u 15:27, Lakk 1:31)
a. Maqoolee fi Jechoota
b. Aadaan keessatti calaqqisuun Museen akka barreesse ibsa (Uum 40:9-11, 41, 43, 46, 50)
7 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Museen walumaagalatti waggoota 120 akka jiraate ,Kes Deb 34:7 ,dubbatama .
2. Waggoota 40
3. Waggoota 40
* 1445 – 1405 Israa’eloota biyya gibxii yemmuu baasu, bakkee onnaa keessatti dabarse
Egaan museen baroota saba Israa’el geggeessaa turetti macaafota kanneen caafeera jedhamee
yaadama .
2. Uumaa uumama, dhala namaa kan uume, maatii kan uume, burqaa Israa’elootaa ta’uu
agarsiisuu dha.
(Isa 51:2)
Kaayyoo gooree
8 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
2. Heenok – Adeemsa isaa Waaqayyoo wajjin waan godhateef du’a hin argine
4. Abrahaam – Waaqayyoon amanee sabaa fi maatii isaa dhiisee ba’e, dhala namaafis eebba ta’e.
5. Yishaaq – Waaqayyo waaqa eebbaa ta’uu yaadee burqaa isaa amannaan qotuu
9 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Mootii Abemeelikii fi Abraam giddutti kaka ta’ee akka jiraatuufi bolla bishaanii
qotame dha
Kakuu Waaqayyo bakka itti dabarse dha.
Bet’el - Um 28:19
Waaqayyo yaaqoobitti abjuun mul’atee kakuu Abrahaamii fi yisaaf bakka itti dabarse
Gibxi – Um 46:34
Yooseef gurguramee deemee saba Israa’el beela bakka itti oolche dha
Macaafa seera Uumamaa bakka Afuritti qooduun qabiyyee gurguuddoo keessa jiran
hubachuun in dandaa’ama.
a. Uumama
* Waaqayyo jalqaba kan hin qabnee fi uumaa waan hundaa ta’usaa ibsa.
b. Kufaatii
Bifa Waaqaatiin namni uumame, uumaa Waaqayyoo hundaa olitti bakka olaanaa qaba
ture.
Namni kun Waaqayyoof ajajamuu dhiisuun kufaatiin hundumarratti fide.
c. Bishaan Badiisaa
10 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Uuma 1-11 tti baroota jiran tilmaamuun hin dandaa’amu ;hin barbaachisus.
Umrii lafaa ilaalchisee tilmaamni kenname rakkoo bal’aa waan qabuuf (Biiliyoonaa
2-10)
Kaayyoon seera uumamaa umrii lafaa beeksisuuf waan hin taaneef
b. badiisa Sodoom – seenaan biyya lafaa barreeffamuu kan eegale 3500-3000 Dh.K.D
biyya
* Barri Abrahaam hanga Seera Uumamaa 50 tti waggota 300 akka ta’etti
tilmaamama
* Obboloota isaatiin kan gurgurame Yooseef, boqonnaa isaan itti baay’atan qabata
11 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Macaafni seera Uumamaa macaafota biroo qo’achuuf beekumsa bu’uuraa kan buusu dha
Jalqaba wantoota hundaa as irratti waan argannuuf, mul’ata Waaqayyo gara namootaa
fides bu’uura kana irratti hubatameera
* Waa’een Masihii kakuun inni jalqabaa kan itti dubbatame dha Uum 3:15
* Gatiin cubbuus akka ba’u abdiin kutaa itti kennamedha Uum 3:15
* Saba israa’eliif karaa Abraahaam abdiin gallameef macaafa ibsu dha Uum 12:1-3, 15:18-21
12 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
4. Abrahaamii wajjin kakuu inni godhe Uum 12:1-2, 13:14 -17, 15:1-8, 17:1-8
* Uum 1 – Waaqayoo
* Uuma 11 – 23 – Abrahaam
* Uuma 28 – 38 – Yaaqoob
* Uum 36 – Esaawu
13 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
* Uma 1 – samii
* Uma 39 – 50 – Gibxi
Seera Uumamaa
Saba guddaa
Lafa Abdii
Dhaalmaa fi Abdii abbootii
Masihii fi dhugaa dubbii giddu galeessaa
5. Waaqayyo jireenya nama dhuunfaa keessatti illee kaayyoo akka qabu: Fakkeenya :
Abraahaam, Yooseef.
Kutaa Sadii
- Afaan Gi’iiziin hiikamuu ykn gad dhiifamuu hiika jedhu qaba Luq 31, Ib 11:22
15 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
* Seera Uumamaa kaasee hanga seera ba’uutti seenaan kan itti fufu yoo ta’u, seenaan saba
israa’el, barri
* Maatiin Yaaqoob, karaa Yooseef biyya Gibxii yemmuu deeman lakkoofsi isaanii 70 yoo ta’u,
Gibxii
* Israa’elonni bara isaanitti Gibxii bahan sirriitti kaa’uun hin dandaa’amine iyyuu naannoo bara
1400
* Israa’eloonni waggaa 430 fi biyya Gibxii garbummaa jala turaniiru (Uma 12:41)
* Museen bara 1445 Dh.K.D. akka caafetti odeeffannoon keessaa fi alaa mul’isu a Bau 17:14,
24:4,
1. Yaaqoob maatii isaa fudhatee gara Gibxii ga’e bara 1875 Dh.K.D. Yoo ta’u, bara isaan
achi tura waggaa 430 dha (Bau 12:40, Gal 3:17)
Kanaaf as irraa ka’uun 1875 – 430 = 1445 akka ta’e ibsa jechuu dha
2. Manni Qulqullummaa Solomoon kan jalqabe bara 965 Dh.K.D yoo ta’u, seera Ba’uu
hanga mootataatti yemmuu lakkaa’amu waggoota 480 dha. Kanaafuu Gibxii erga bahanii 965 +
480 = 1445 ta’a (1Mot 6:1).
16 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
1. Seera Uumamaa keessatti seenaan jalqabame macaafota seeraa biroo waliin wal qabsiisuuf
3. Waaqayyo seera kennuu isaa beeksisuuf (sadan seeraa ykn macaafota seeraa)
5. Gooftaa seenaa birmaduu kan baasu, kadhannaa kan dhagahu ta’uu agarsiisuuf Bau 3
Ba’uu 3:7-10 “Yammuus Waaqayyo, gad qabaamuu sabakoo … argeera. Animootii Gibxiittisiin
erga, dhaqi saba koo Israa’elin biyya Gibxiitii baasi”
* Eenyummaa isaa yaadaa ofii isaa guddisee biyya Gibxii keessa yeroo itti
dabarse
17 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
* Biyya Miidiyamitti homaa akka hin taane of hubate (Ibr 11:23 – 29)
Waamamuu Musee
* Museen yeroo waamametti tajaajilaaf gahaa akka hin taane sababoota yemmuu kaa’uu fi akka
itti Waaqayyo deebii kennuuf argina.
1. Dandeettii hin qabu (Bau 3:11) 1. Anisi wajjinan ta’a Bau 4:12
2.Ergaa hin qabu (Bau 3:13) 2. Isa jiruufi isa jiraafaatu na erga jedhi
(Bau3:14)
3. Aboo hin qabu (Bau 4:1) 3. Harka kee keessa maaltujira? (3:14)
4. Dubbachuu hin danda’u (Bau 4: 10) 4. Ani Afaan kee waliinan ta’a 4:1
* Yaahiwwee maqaan jedhu ulfinni isaa akka ibsame argamuu isaa kan agarsiisuu dha
18 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Xiyyeeffannoo
Aarara (20:6)
Qulqullummaa (Bau 3:2-5)
Qajeelummaa (Bau 3:5)
Amanamummaa (Bau 1:24 – 25, 3:6)
Dhala namaaf barbaachisummaa isaa ibsuuf (Bau 5:1-18)
Kanaafuu maqaa isaa beekuun gooftummaa isaa fi amala isaa beekuu dha.
Abbaa seenaa, qulqullinaa fi ulfinaan akkasumas dinqii gochuun kan isa fakkatu akka
hin jirre agarsiisa (Bau 3:13-15, 15 : 11)
3. Dunkaanni itti Waaqayyo ulfina isaa mul’isu bakka itti saba isaa wajjin ta’u dha (Bau 25-40)
Gidduu isaanitti argamuun
Kaayyoo Dha’ichaa
19 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Waggota 430 booda saba Israa’eliin harka garbummaa jalaa kan gad dhiise dha’icha 10ffaa booda
ture
20 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Israa’elonni osoo biyya Gibxii hin ba’in dura dha’ichi kun hundi warra Gibxii irratti kan
raawwatame yoo ta’u, bakkee Israa’eloonni buufatanii turan Gessam garuu dha’icha kanneen
hunda irraa Waaqayyoon eegamtee turte.
Museen ergamaa Waaqayyoo ta’ee Fari’oon biratti kan deddeebi’e naannoo wagga tokko
ta’a jedhamee yaadama .
Fari’oon mo’amee warri Israa’el biyya Gibxii yemmuu ba’an 600,000 miilaan kan
deeman dhiira dubartoonnii fi ijoolleen yemmuu itti dabalaman 1.5-2 million akka ta’an
tilmaamama (Bau 12: 37 -38)
Faasikaa: Israa’el dha’icha irraa akka haftuu fi garbummaa irraa birmaduu akka baatu kan
agarsiisu mallattoo faasikaa ti.
Yesuus Kiristoos isa kakuu Haaraaf gaaddidduu akka ta’e Phaawuloos caqaseera (1Qor
5:7)
Faassikaan: Gibxii ba’uu, Waaqayyo birmaduu baasuu isaa israa’elotni kan argan
ijoolleen isaanii fi ijoolleen ijoollee isaanii kan kabajan dha.
Fassikaa: Gibxii ba’uu fi angafa waaqayyoof addaa baasuu (Bau 12:1-13, 16)
Israa’eloonni Galaana Diimaa ce’uu, warri Gibxii liqimfamuu (13: 13-14)
- Waaqayyo karaa dinqii garaa garaa isaan geggeessaa ji’oota sadiitti gara Tulluu
Siinaa ga’an (Bau 19:1-3)
- Seera
- Haala ittiin jiraatan
21 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
- Seera lubummaa
- Seera kurnoo fi buusii
- Seera miseensa fudhatan
3. Seera Amantii
- Godoo Qulqullaa’aa
* Aarsaa gubatu
22 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
* Aarsaa fayyinaaf
* Aarsaa cubbuuf
* Aarsaa Midhaanii
* Haala jireenya lubootaa fi tajaajila isaaniillee seera Ba’uu keessatti arganna (28:29, 40-43,
39:27-29).
Kutaa Afur
- Waa’ee lubootaa
23 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Seenaan Macaafa Seera Leewwotaa keessa jiru, taatee seera ba’uu fi seera lakkoofsaa
gidduutti ta’e, kunis kan ji’a tokko qofa kan of keessatti hammatu dha.
Leewwootnii:- Seerri waaqeffannaa kan keessatti argamu dha.
- Haala jireenya dhuunfaa fi waliin Israa’elootaa kan qabate dha (Bau 40:26-33, Lewwoat
1:1-2)
- Joora Israa’eloonni bakkee onnaa keessatti godhan waggaa 40 macaafa jalqaba irratti
qabate
dha.
- Waaqayyo ofii isaatii kan fo’ee tajaajilaaf baase gosa Lewwii, Lubummaaf ba’an
macaafa
qabate dha
Barreessaan: Musee dha
* Waaqayyo Museetti jechoota kana akka dubbate macaafa kana keessatti yeroo 56 cafafameera
Ba’uu 14:1, 6:1, 8:1
* Gooftaan Yesuusis Museen akka caafe dubbateera (Mar 1:44, Lew 13:49)
Bara itti caafame:
* Biyya Gibxii erga ba’anii booda ji’oota muraasa booda Tulluu Siinaa irratti waggaa tokkoof
yeroo
turanitti dha.
Jecha Ijoo Lewwoota keessatti
Jechi furtuu Macaaficha qulqullummaa dha Lew 19:2, 11:44 – 45
Jechi kun yeroo 152 Macaafa Qulqulluu keessatti irradeddee bi’amee ibsameera
24 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
3. Saba Waaqayyoo kanneen qindaa’an seera amantii fi jireenya guyyaa guyyaa keessatti ittiin
bulmaata
barsiisuuf
4. Sabni Waaqayyoos Seerota kana hubatee ittiin buluun warra naannoo isaa jiraniif fakkeenya
akka ta’aniif
25 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Macaafa Seera Lewwootaa keessatti gara fuula Waaqayyootti dhiyyaachuuf kan dandeesisan:-
Galateeffachuuf
Kadhaannaaf
Dhiifama cubbuu argachuuf, aarsaawwan dhi’atani dha.
Macaaficha keessatti aarsaawwan gosa shan kan dhi’aatan yoo ta’u, hundinuu tajaajilli isaanii
garaa gara yoo ta’u iyyuu kan dhi’aatan garuu Waaqayyoof.
* Namoonni aarsaawwan Kanneen karaa lubootaa sababoota garaa garaaf dhi’eessu turan
* Aarsaawwan fudhatama kan qabaatan qajeelfama Waaqayyo kenne yoo hordofanii dhi’aatan
qofa
* Kiristoos isa Kakuu Haaraaf gaaddidduu yoo ta’an, akkasumas kutaawwan Kakuu Haaraa adda
addaa keessattis ibsamaniiru
Gosa Aarsiicha
* Kennaan / aarsaan / kun qofaa isaa osoo hin taane, Waaqayyoon duratti fudhatama akka
argatuuf kanneen biro cubbuuf dhi’aatan waliin dhi’aata.
Gosa Aarsaa
Daakuu gaarii
Daabboo raacitii hin qabne
Ashaboon kan hojjetaman Daabboo, maxinoo
Gosa midhaanii
Kaayyoo Aarsichaa
4. Bitamuu keenya agarsiisuuf:- Walakkaan isaa yemmuu aarsaaf dhi’aatu walakkaan ammoo
lubbootaan in nyaatama ture
27 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Gosa Aarsaa
Sangoota
Hoolota
Re’oonni aarsaaf dhi’aachuu danda’u
* Lubootaan
Kaayyoo Aarsiichaa
Gosa aarsichaa
Kaayyoo Aarisichaa
28 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Kutaan kun hojii lubootni qabanii fi tajaajila isaanis kan agarsiisu dha
Saba Waaqayyoo tajaajiluuf, Waaqayyoon kan adda bahan tajaajila isaanii
keessatti waan ta’u, qajeelfamoota tarreessa
Hojiin lubootaa inni guddaan saba gara Waaqayyoo tti dhi’eessuu fi Waaqayyos
akka saba isaatti dhi’aatu gochuu dha.
4. Eenyu illee ofii isaatiin ka’ee aarsaa dhi’eessuu ykn ixaana aarsuu hin danda’u.
“Ani qulqulluu dha qulqulluu ta’aa” jechuun Waaqayyo sabni isaa isaa wajjin
walsimuu akka danda’a barsiiseera.
29 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Kun immoo yoom iyyuu kan hin jijjiiramnee fi dhugaa Waaqayyo barbaadu dha
Qulqullummaa alatti seera Israa’elootaaf kenname
Israa’elootaaf guyyoota waggaa keessa turan caalaatti guyyaa kanatu iddoo guddaa qaba
Angafni lubootaa kutaa qulqullaa’aa waggaatti yeroo tokko kan seenu guyyaa kana
Waggaa keessatti soomin kan barbaachisu guyyaa kana
Guyyaa kana dhiifama cubbuu kan godhamu wagga qofaaf
30 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Gosa Ayyanotaa
* Garbummaa biyya Gibxii bahanii gara biyya Kana’aan akka itti galan Waaqayyo isaan
* Waggaa jaha erga oomishanii boodaa lafa waggaa torboffaatti kan boqochiisan dha.
31 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Kutaa Shan
Barreessaan:
Lakk 14:22-23
“… namoota warra ulfina koo fi milikkita garaa garaa isa ani biyya Gibxii fi lafa onaa keessatti
argisiise arganiianaaf abboomanuu dhidanii si’a baay’ee ana qoran … Garuu garbichi koo
kaaleb hafuura kan biraa waan qabuuf inni garaa isaa guutuun ana duukaa waan bu’eef…”
32 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Waa’ee jireenya lafa onaa Israa’elootaa yoo dubbate illee, barsiisa baay’ee of keessatti
qabata.
Israa’el biyya Gibxii erga baatee booda, waggaa jalqabaa irratti saba mootummaa isaa
akka taatuuf:
* Tulluu Siinaa erga gad dhiisuunii booda, sababa biroo giddutti saba Waaqayyoon
geggeeffamanii fi loltuu mootee galtu isaan godhe.
Macaafni kun warra Waaqayyoof hin ajajamne irratti dheekkamsi Waaqayyoo akka ta’u
barsiisa. 20:1-29
Macaafa kana keessatti Bal’aan raajii beekamaa ture 22:23
Macaafa kana keessatti Namoonni gahee guddaa taphatan
Lakkobsa: Ajaja Waaqayyootiin Museen yeroo lama saba lakkaa’e. Sabni Waaqayyoo
o Naamusa kan qabu
o Kan Qindaa’e
o Addaa kan bahee fi saba qulqulluu ta’e dha
o Diina isaa of irraa dhorkuuf fi
o Diina isaa loluuf kan qophaa’e akka ta’uuf lakkoobsi ta’e
Ajajamuu Diduu
o Amanamumaa Waaqayyoof ajajamuu diduu (13-14)
o Kunis Waggaa 40f bakkee onaa keessa akka jooran godhe
o Kun immoo Waaqayyo kan cubbuu adabu ta’uu agarsiisa
Kakuu
o Waaqayyoo kakuu kan eegu saba isaa qabeera
o Jaalalaan geggessee lafa kana’aaniin ga’eera
Adeemsa Israa’el irraa barumsa argamu
1. Rakkoo garaa garaa keessatti kan nama hin dhiifne Waaqayyoon amanachuu
2. Waaqayyoo gooftaan akka jaalala isaatti waan nu barbaachisu hundaanuuf kenna (Fil 4:19)
* Israa’el ajaja isaa fudhachuu dhiisuun lafa anaatti hafte (Lakk 26:1)
34 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Hirama Macaafichaa
Yisaakoor
Efereem
Zaabiloon
Minaasee
Roobel
Biiniyaam
Simi’oon
Gaad
35 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Israa’eloonni gara Tulluu Siinaatti osoo hin ba’in dura lakkaa’amanii turan
* Dubartoonni
* Ijoollee
Waggaa Afurtama booda dhaloonni ajajamu dide dhumee kaanin bakka bu’uu argina
Waaqayyoo gosaan akka lakkaa’aman yemmuu qindeessu, luboota, Lewwoota fi hojii
isaanii agarsiisuun saba isaaf qajeelfama kennee ture (Lakk 1:2) 6:22, 9:14
Godoon Qulqulla’aa saba Waaqayyoo gidduu yemmuu buufatutti sabni bakka sadiitti
qoodamee ti
Adeemsa isaanii keessatti gara kami akka deeman hin beekan kanaaf Waaqayyo
geggeessaa fi fixaan ba’iinsa kennaafii ture
- Guyyaa utubaa chuumessan halkan ulbaa Abdaan geggeessaa ture (Lakk 19: 15-23)
- Kunis Waaqayyo gidduu isaaniitti argamuu kan agarsiisu dha (Lakk 10:33)
36 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Waggaa tokko booda Tulluu Siinaa irraa ka’anii gara lafa abdachiifameetti galuuf gara
Qaadesitti sochii yemmuu jalqabanitti sodaan itti dhagahaamee ture.
Gosni Israa’el kurnan gabaasa isaan amanuu dhabanii
* Rakkoo yeroo irra dabarsanii ilaaluu kan danda’an Iyyaasuu fi Kaaleb qofa turan
* Musee irratti ka’uun diinota isaaniin rukkutamanii maatii isaanii waliin badan.
* Abdii kan kenne Waaqayyoo karaa biraatiin haftee isaan gidduu jiraniif mo’icha
kennuun sagalee abdii isaa raawwateef
Gara kana’aanitti galuuf yemmuu ka’anitti wagga 20 ol kan ta’an Musee, Aaroonii fi
Maariyaamii erga du’anii booda kan hafan:
Araara Waaqayyoon ammas mo’ichi itti fufuun adeemsa itti fufanii, Waaqayyos
sagalee abdii isaa yemmuu raawwatu mul’ata.
37 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Kutaa Jaha
Kayyoo Macaafichaa
Israa’eloonni biyya Gibxii erga bahanii booda dirree Mo’aab irratti Waaqayyo kakuu
galeefii ture haaromsuuf
Israa’el saba Waaqayyoo akka ta’an cimsuuf
Bakkee onaa Keessa yemmuu turanitti seera Israa’elotaaf kenname dhaloota haaraa
yaada chisuuf
Seericha akka eeganii fi cimsan yaadachiisuuf
* Eebba-- ajajamuu
* Adabbii--ajajamuu dhiisuu
Kakuu Waaqayyo biraa fudhatan gatuun Waaqayyoon duratti kan gataman akka isaan
godhu yaadachiisuuf (Deb 7:9)
Barreessaa Macaafichaa
o Museen akka barreesse kutaa Macaafa kanaa keessatti caqasamee argama (1:5, 31, 9:22-
24)
38 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
o Museen erga du’ee booda kutaa hafe, boqonnaa 34, namni biraa akka caafetti yaadama
o Yessuusis ta’e bartoonni isaa Museen akka caafe dhugaa bahaniiru (Mat 19:7-8, Mar
10:3-5, Hoe 3:22-23, 7:37-38)
o Kakuu Moofaa keessattis (1Mot 2:3, 2Mot 14:6)
o Musee
o Iyyaasuu
o Dhaloota Haaraa
o Yaadachuu
o Ajajamuu
o Ebba keessa Deebii 4:32, 29:8
o Abaarsa
o Kakuu
39 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
o 27nu kakuu Haaraa keessaa 17 macaafa kana caqasuun adda isa godha.
I. Seensa (1:1-5)
Karaa biraatiin ammo macaafa kana bakka sadiiti hiruun ilaaluun in dandaa’ama.
40 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Ijaarsa Barreeffamaa
Haasaan Musee inni jalqabaa seenaa darbe dhaloota haaraa yaadachiisuu ture
41 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Abbootiin isaanii
Amantii dhabuun isaanii jireenya isaaniif hangam akka gufuu itti ta’e
Baay’een isaanii amanuu dhabuun lafa kakuutti osoo hin galin hafaniiru (Mat 13:58)
Waaqayyoon barbaaduun, ajajamuun eebbaa fi simboo argamu ibsameera 2:7, Deb 2:14
Amanummaa Waaqayyoo Museen dhuma baroota isaa irratti dhugaa baheera
Museen dhaamsa isa dhumaa gochuuf seenaa darbe yaadachisuu qofa osoo hin taane
Israa’eloonni saba kakuu Waan ta’aniif jireenya Waaqayyotti isaan butu akka jiraataniif,
lafa itti galuuf jiran:
* Jireenya hawaasummaan
42 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Museen saba jaallatuu fi waggaa 40 saba geggeesse irraa adda bahuun duratti
Museen, geggeessaa guddaan, tokko afurfaa kan ta’u ergaa Afuuraa kan barreesse
Qaadesitti ajajaamuu dhabuu isaatiin lafa kakuutti akka hin galleef dhorkame (Lakk
20:10)
Gooftaan akkuma itti agarsiisetti Tulluu Neeboo irrattti ba’uun biyyattii abdii gad ilaalee
osoo itti hin galin hafe.
43 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.
Dan Bible College (Koleejii Macaafa Qulqulluu Daan)
Bakka owwalcha isaa garuu eenyuu osoo hin beekin akka hafe ibsuun seenaa isaa cufa
(Deb 34:4-6)
Macaafni kun dhuma Macaafa seeraa akka ta’e hubanna (31:9) Macaafichii
Waaqayyo
- Waaqa kakuu fi abbaa hiree, aaraarri isaas kan daangaa hin qabne
- Cubbuu kan adabu Waaqa qulqulluu
Macaafni kun uumaa wajjin
- Walitti dhufeenya dhuunfaa akka barbaachisu
- Laphee guutuun jaallachuu fi waaqessuu akka barbaachisu
- Jaalala malee Waaqayyoo wajjin walitti dhufeenya uumuun akka hin dandaa’amne
ibsa
Kakuu eeguun faayidaa argamu, kunis eebba
Kakuu eeguu dhiisuun badiisa dhufu
Gundunfaa (Conclusion)
Macaafonni seeraa kunniin eenyummaa Waaqayyoo, jalqaba dhala namaa fi kufaatii isaa
walitti qabuun, ka’umsa saba Israa’el akkasumas garboomuu isaa warra Gibxiif bitamaa buluu
isaanis ibsu. Araara Waaqayyoos bal’inaan kan ibsan dha. Sabni filatame kun Waaqayyoo
wajjin akkamitti jiraachuun akka irra jiru kan agarsiisanii fi seera kennameef eeguun eebbaa
argatanii fi eeguu dhiisuun miidhaa itti dhufuu danda’u kan ibsan dha.
1) Dillard B, raymonl, Temper Longman III, An introduction to the old Testamen. Zondervan
publishing house, Grand Rapids, Michigan, 1994.
2) Walvood, John, koy B.Zock, The bible knowledge commentary: Chariot victor publishing
USA 1973
3) New Bible Dicionary. I.H. Marshal etal (ed) intervarsity press: 1996
44 DBC “Be disciple and go to others to create the true disciple creators!”
Email: [email protected] / [email protected]
Phone: +251-468-217-144/+251-926-545-440; P.o.b. 2209 Hawassa, Ethiopia.