Livestock and Fishery Sector Development Project
(LFSDP), OROMIA BUREAU OF AGRICULTURE
AQUACULTURE INTEGRATION
Regional Fishery 1
Megerssa Endebu
Experts Training
March 2023
Qabiyyee dhiyeessichaa
1. Seensa
2. Qindoomina qonnaa (muuxannoo
duraanii)
3. Qindoomina qonnaa iddo adda addaa
2
1. Seensa
Qindoomina
1. 1. Horsiisa Lukkuu
◦ Kosiin mana Lukkuutii bahu bishaan haroo qurxummii xaa’omsa
◦ Qurxummiin nyaata uumamaa bishaan keessaa argatuun guddata
2. Horsiisa Qurxummee haroo mana lukkuu jalaa
◦ Bishaan haroo qurxummii keessaa bahu, xaa’oo uumamaa (organic) qaba.
kuduraa fi fuduraa guddisa.
3. Kuduraa fi muduraan omishamee, hafteen biqiltoota adda addaa
lukkuuf ni kennama
Jimma, Ethiopia, 10 Nov 2016 3
Integration
Jimma, Ethiopia, 10 Nov 2016 4
1. Seensa
Poultry - Fish - Horticultural crop
Site Selection Criteria
◦ Year round water availability
◦ Availability of land
◦ Suitable temperature for the selected spp.
◦ Soil type (water holding, acidity…)
◦ Availability of labor force
◦ Necessary infrastructure in the area
◦ Availability of necessary inputs
◦ Demand for fish & other farm products
◦ Social culture
Jimma, Ethiopia, 10 Nov 2016 5
1. Inroduction
Concept:
Poultry house is constructed just over the fish pond.
◦ The poultry drop their waste and fertilize the ponds.
Fish depend on natural feed produced in ponds by poultry
waste
◦ Pond water will be used to irrigate vegetables (Cabbage) through
gravity flow.
The vegetable farm gets water and nutrients from pond,
The vegetable farm contribute green feed (Crop residues) to
the poultry and the fish in the pond.
Jimma, Ethiopia, 10 Nov 2016 6
Yaalii qorannoo …
Qindoominniqonna qurxummii-Lukkuu-Biqiltuu
qorannoo bu’uuraatiin hojjatamee ture. (2002 irraa),
IQQO, Batu
Bu’aan argames jajjabeessaa ture.
Hojiinqonna qindoominaa kun fayyadamtootatti
agarsiifamuu qaba.
7
Qindoomina …
Kaayyoon agarsiisa Qonna qindoomina kanaa
Misooma qonna qurxummii qindoomina qonna garaa garaa
wajjin Gadina Shawaa Lixaa, Shawaa Bahaa, Shawaa
kibba Lixaa, Wallaggaa Bahaa, Arsii, Arsii Lixaa, Jimmaa,
Horroo Guduruu Wallaggaa, Gujii Bahaa ... hojjatame
qonnaan-bultoota fi dhimmamtoota birootti agarsiisameera.
8
2. Qindoomina Qonnaa
Qurxummii,
Muuxannoowwan
Aanaalee Zuwaay Dugdaa
fi Fantaalleetti
Gidaaraa, aanaa Fantaallee
Sulula Qinxamaa
Lafa gammoojjii,1094m.a.s.l
Ummata Karrayyuu
Ijallisii laga Hawaash irraa
jallifame
Jimma, Ethiopia, 10 Nov 2016 9
Tooftaa ittiin hojjatame
Haroo qopheessuu
• Bakka filachuu
o Bishaan gahaa
o Taa’umsa lafaa
o Gosa biyyee
– Haroo qotuu
– Mana lukkuu ijaaruu
– Bishaan harootti guutuu
Jimma, Ethiopia, 10 Nov 2016 10
Jimma, Ethiopia, 10 Nov 2016 11
Tooftaa ...
Lukkuu galchuu
Kununsuu
Haroon xaa’omuu
Jimma, Ethiopia, 10 Nov 2016 12
Haroo xaa’omee qophaaye
Jimma, Ethiopia, 10 Nov 2016 13
Tooftaa ...
Qurxummii galchuu
Gosa Qurxummii Qonnaa
Qurxummii filataman
Qorosoo
Dubbee
Ambaazzaa
Jimma, Ethiopia, 10 Nov 2016 14
Sanyiiwwan qonna qurxummii biyya keenya
keessatti
Nile Tilapia (Qoroosoo)
(Oreochromis niloticus)
Ambaazzaa,
African catfish (Clarias Common carp
(Dubbee, Jaappee)
gariepinus) (Cyprinous carpio)
15
Tooftaa Rawwii ...
RAGAA QINDESSUU
Haala bishaanii hordofuu
Haala lukkulee duuka bu’u (egg)
Nyaata tohatchuu
Jijirama qillensaa duuka bu’u
Ragaa guddina qurxummii
funaanuu
Haroon qindoomina jala jiru
nyaata uumamaa qurxummiif ta’u
horachuu thoatchuu
Lafa qonnaa qindomina misooma
isaa tohatchuu
16
Bu’aa....
.
Guddinni qurxummii ariifataa dha
300
Fish average weight (g)
250
200
T22 Carp
150
T22 Tilapia
100 T21 Tilapia
T21 Carp
50
0
0 1 2 3 4 5 6
Culturing months 17
ala Weight at harvest Qindoomina
Qorosoo 80 g 6 months 174 g
Dubbee 55 g 5 months 277 g
Qindoomina ala qindoomina jala
Jimma, Ethiopia, 10 Nov 2016 18
Guduunfaa yaalii duraanii
Qurxummiin qindoomina lukkuu jalatti daftee guddatti.
19
20
Babal’ina
hojjatame
Jimma, Qarsaa
Horro-Guduru Wallaggaa
22
Guujii bahaa
23
Giddu galeessa qorannoo qurxummii Baatuu
24
Shawaa Kibba Lixaa, Wanci
Wancii 25
Wallagga Bahaa
Yayya Gullallee, Sh/Kaabaa Agayya 2009
26
3. Qindoomina qonna
Shawaa Kaabaa, Yaayyaa Gullallee,
Noonnoo fi Camarrii
Bakka filachuu
27
Yayya Gullallee, Sh/Kaabaa, Agayya 2009
Leenjii hubannoo
uumuu 28
Lafa safaruu fi haroo qotuu
Suuraa: Yayya Gullallee, Sh/Kaabaa, Agayya 2009 29
Mana lukkuu ijaaruu
Suuraa: Sh/Kaabaa, 2009 30
Lukkuu bitanii galchuu
31
Suuraa: Yayya Gullallee, Sh/Kaabaa, Agayya 2009
Biqiltuu(kuduraa)
dhaabuu
Suuraan: Yayya Gullallee, Sh/Kaabaa,
Agayya 2009 32
Ji’a 1 booda, …….. (ji’a 3 booda hoo?)
Suuraan: Yayya Gullallee, Sh/Kaabaa,
Agayya 2009 33
Qindoominni Qonnaa
1. wabii nyaata madaalamaa
2. Lafa xiqqaa irraa omisha guddaa
3. Baasii xiqqaa
4. Hirmaannaa dubartootaa dabala
5. Carraa hojii
6. Naannoo hin faalu
Yayya Gullallee, Sh/Kaabaa,
Agayya 2009 34
[email protected] Baatuu , Bitootessa 2015 ALI 35